Galatians 5:2 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Dhage'aa! Yoo haqanqabaa ifi qassiittane, akka Kiristoos ijjumaa isiniif wo hin baane, ani Phawuloos isinitti hima.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ch'aqasa! Anini, Pauloni, waan kana isaniti hima: yo isani qabanqaba qabattani, Kristoni woma isanii imbahu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Caqasaa! Anin Phaawulos, waan kana isanitti himaa, dhaqaanqabaa qabattaniif kiristoon homaa isanii hin bahu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa ani Phaawuloos akkana isiniin jedha; yoo gadoomtan Kiristoos womaa isin hin fayyadu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eeganaa ani Phaawuloos akkana isiniin jedha, yoo gadoomtan Kiristoos womaa isin hin fayyadu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kunoo! Ani Phaawulos ka isiniin jedhu kana, «Gadoomuu nu barbaachisa» jettanii yoo gadoomttan, Kristos womaa isin hin fayyadu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhage'aa! Yoo haqanqabaa ifi qassiittane, akka Kiristoos ijjumaa isiniif woy hin baane, ani Phawuloos isinitti hima.