Galatians 5:25 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Worra Ayyaanaan leenu yoo teene, Ayyaanaan sooreffannuu ti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lubbuuni ya jireenna nuu kennite; jireenna keennale qajeelchu malte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Hafuurii ya jireenna nuu kennee, nulleen isaan jiraachaa gula yaa'uu malle
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo Ayyaana Woyyuu keessa jiraanne, Ayyaanuma kanaan haa jiraannuu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ayyaana Woyyuu keessa yoo jiraanne, Ayyaanuma kanaan haa jiraannuu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Hafuuraan ka jiraannu yoo taane, hafuuraan haa qajeelffamnuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra Ayyaanaan leenu yoo teene, Ayyaanaan sooreffannuu ti.