Galatians 5:4 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isin worri Seera eeggatiisaan balchoomiisaaf barbaaddanu, Kiristoos irraa ifi kuttaneertan; badhaadha waaqaa irralle'ee bayyattaneertan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani, worri Seeraani aka d'uga hereganiifi feetani, la Kristo iraa ufi kuttani. Isani eeba Waaqa ira ala jirtani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isan warrii seeraan akka qulqulluummaa herreganiif feetan, la Kiristoo irraa ufi kuttanii, eebba Waaqaa irraa ala jirtan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Seeraan qajeellota ta'uu barbaaddan Kiristoosiin irraa fooyamtanii badhaadha Rabbii irraa kuftaniirtan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Seeraan qajeellota ta'uu worri barbaaddan, Kiristoosiin irraa fooyamtanii, badhaadha Rabbii irraa kuftaniirtan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isin seera eegu'uun qulqullaayomu'uuf ka barbaadan marrinuu Kristosiin irraa fooyamtanii jirttan, kennaa isaa ka bilisaa irraa'llee fagaattanii jirttan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin worri Seera eeggatiisaan balchoomiisaaf barbaaddanu, Kiristoos irraa ifi kuttaneertan; badhaadha waaqaa irralle'ee bayyattaneertan.