Galatians 5:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Kiristoos Yesuusiin yoo jiraanne, dhugeeffannaa jaalalaan hujjuttuu gatii qaddi malee, haqanqabaa qabatiisa yookiin haqanqabaa qabatiisa dhabiisaa moti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi yo nu Kristo Yeso keesa jiraanne, qabanqaba qabachafi qabachu baannaanile haga tokotu; wonti jabduuni d'ugefacha ta jaalalaani hojattu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanaatiif nu yo karaa Kiristoo Yesus keessa jiraannee, dhaqaanqabaa qabachaa fi qabachuu dhabuulleen haga tokkotuu; wantii jabduun dhugeeffachaa, jaalalaan hojjattu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jaalala amantii Yesuus Kiristoosiin ta'e hujuu malee, gadoomuun yookaan gadoomuu dhabuun waan hin fayyanneef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Jaalala amantaa Yesuus Kiristoosiin ta'e hujuu malee, gadoomuun yookiin gadoomuu dhabuun waan hin fayyanneef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus Kristosiin ka jiraatuuf jaalala irratti hunddaayee amantii hojjatu malee, gadoomuu ta'ee gadoomuu dhaabuun, faayiddaa woyiituu isaa hin kennu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kiristoos Yesuusiin yoo jiraanne, dhugeeffannaa jaalalaan hujjuttuu gatii qaddi malee, haqanqabaa qabatiisa yookiin haqanqabaa qabatiisa dhabiisaa moti.