Galatians 5:7 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isin akkuma dansaa hujaa turtane; akka isin dhuga'aaf hin ajajanne eentu gufuu isinitti te'e ree?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani qara waan dansa tolchitani! Eentu d'ugaa guutu isani d'owe? Inni akamiini isani sobate?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isan qara waan dansaa tolchitanii! Amma ammoo akka isan dhugaa hinguunne eentu isan dhowwe? Innii akkamiin isan sosobe?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin akka mishaa fiiga'aa turtan; garuu dhuga'aaf akka hin ajajamne eentu isin dhoogge?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isin akka mishaa fiiga'aa turtan. Ammoo dhuga'aaf akka hin ajajamne eentu isin dhoogge?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nagayaan ni tarkaanffattan ture, eegaa amma dhuga'aaf akka hin ajajaminne, ka isin dhooge eennu?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin akkuma dansaa hujaa turtane; akka isin dhuga'aaf hin ajajanne eentu gufuu isinitti te'e ree?