Galatians 5:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Hawwadiin tun ta Waaqa gara dhuga'aa isin waamu biraa dhuttee moti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi ka isani yaame akasi intolchine.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqii isan yaamee akkas isan hintolchine.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sossobbiin akkanaa kun ka isin waame irraa miti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Sosobbiin akkanaa kun ka isin waame irraa miti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gorssi akkanaa kun Waaqa isin waame biraa ka dhufee miti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hawadiin tun ta Waaqa gara dhuga'aa isin waamu biraa dhuttee moti.