Galatians 6:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Obboleeyyan tiyya, yoo nami tokko cubbu'uun qabame, isin worri ayyaantoleen qajeelumma'aan isa qajeelcha'a! Ammoo isinille akka hin ataabanne ifi eeggadha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Oboleyaani tiyya, yo nami ato imbeekhiini wollaala seene, isani worri Lubbu Waaqa qabu ha isa qajeelchuuti; ammo kara laanatiini tolchu malani. Ufi tissi, aka atileeni ilaalacha keesa inseenne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Obboleeyyan tiyya, yo namii adoo hinbeekhin wallaala keessa seenee, isan warrii hafuura Waaqaa qabu ha isa qajeelchuutii, ammoo karaa laanatiin tolchuu maltan! Isanuu akka ilaalachaa keessa hinseenne ufi eeggadhaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Obboleeyyan tiyya! Namni yoo balleessaa kamiinuu hojjatee argame, isin worri ka Ayyaanaa taatan isin nama akkanaa kana Ayyaana gara laafumma'aatiin qajeelchaa'a. Atillee akkasuma akka hin qoratamne uf eegi.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Obboleeyyan tiyya! Namni balleessaa kamiinuu hojjatee yoo argame, isin worri ka Ayyaanaa taatan isin nama akkanaa kana Ayyaana gara laafumma'aatiin qajeelchaa'a. Atillee akkasuma akka hin qoratamne uf eegi.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yaa obboleeyyan! Naminni dogoggoree balleessaa tokko raawwatee yoo argame isin worri namoota hafuuraa taatan, isin nama akkanaa kana gara laafnnaan qajeelcha'aanii, garuu isin'llee qormmaata akkanaa kanaan akka hin kufnneef, ufi eeggadhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Obboleeyyan tiyya, yoo nami tokko cubbu'uun qabame, isin worri ayyaantoleen qajeelumma'aan isa qajeelcha'a! Ammoo isinille akka hin ataabanne ifi eeggadha'a.