Galatians 6:10 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre yennaa daguu dhagganne maratti, nama maraaf, keessattuu worra dhugeeffannaa keessa jiruuf, waan dansaa goonuu ti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi haga qoomni qamnu nama ch'ufaa waan dansa tolchu malle, keesuma worra d'ugefacha aka teenna qabu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf haga qoommii qamnu nama cufaa waan dansaa tolchuu malle, keessumaa warra dhugeeffachaa akka teennaa qabuu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa yoo hennaa arganne nama maraafuu, keessattuu worra amantootaatii waan mishaa haa goonuu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eeganaa hennaa yoo arganne, nama maraafuu, keessattuu worra amantootaatii waan mishaa haa goonuu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo mijaayaa yoo arganne namoota maraaf gonkumaa maatii namoota hin amanneetiif, waan mishaa haa raawwanuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre yennaa daguu dhagganne maratti, nama maraaf, keessattuu worra dhugeeffannaa keessa jiruuf, waan dansaa goonuu ti.