Galatians 6:12 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Worri waan nafa namaa irratti alaan mudhatu dhaggisiisuu barbaadu, akka isin haqanqabaa qabattanu hunnaan isin godha. Marroo fannoo Kiristoosiitiif, akka miidhaan isaan hin geenne qofaaf tana godhan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra ufi guddisu fed'u, ka waan mullatatiini kiyyibuuti, qabanqaba isanii qabu fed'a. Wonti worri akasi tolchuufi aka maskali Kristotiifi ingaargalle.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warra ufi guddisuu fedhu, ka waan mullataatiin kiyyibutti, dhaqaanqabaa isanii qabu fedha. Wantii warrii akkasii tolchuuf akka fannoo Kiristootiif hingaargalle.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri fooniin mishaa ta'anii mudhachuu fedhan maruu, akka isin gadoomtan isin giddisiisan; Haa ta'uu ammo waan fannoo Kiristoosiitiif akka miidhaan isin irra hin geenne calla'aaf.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worri fooniin mishaa ta'anii mudhachuu fedhan maruu, akka isin gadoomtan isin giddisiisan; Haata'uu ammoo, waan fannoo Kiristoosiitiif akka miidhaan isin irra hin geenne calla'aaf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akka gadoomittaniif worri isin dirqisiisan ala keessa mishaa fakkaatanii namoota muldhachu'uuf barbaadan. Kana ka raawwataniif'llee, waayee fannoo Kristositiin ari'ataminni akka isaan irra hin geenneef jedhaniiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri waan nafa namaa irratti alaan mudhatu dhaggisiisuu barbaadu, akka isin haqanqabaa qabattanu hunnaan isin godha. Marroo fannoo Kiristoosiitiif, akka miidhaan isaan hin geenne qofaaf tana godhan.