Galatians 6:13 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan haqanqabaa qabatiisa keessaniin ifi jajiisaaf, haqanqabaa qabatiisa keessan barbaadan malee, worri haqanqabaa qabateeyyuu Seera hin eegatu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri qabanqaba qabatule seera gula iyau, worri aka isani aada q qabanqaba tana qabattani fed'a, aka akasiini aada nafa ta isani tolfatani tanaani, ufi korsu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii dhaqaanqabaa qabatuulleen seera gula hin yaa'u, warrii akka isan aadaa dhaqaanqabaa tana qabattan fedha, akka akkasiin aadaa nafaa ta isan tolfatan tanaan, ufi koorsu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gadoomuu keessaniin uf jajuu barbaadan malee, isaan worri gadoomanuu seera hin eenne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gadoomuu keessaniin uf jajuu barbaadan malee, isaan worri gadoomanuu seera hin eenne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan foon keessaniin dhaadachu'uuf jedhanii akka gadoomittaniif barbaadan malee, worrummaan gadooman mataan isaanii'llee Seera hin raawwatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan haqanqabaa qabatiisa keessaniin ifi jajiisaaf, haqanqabaa qabatiisa keessan barbaadan malee, worri haqanqabaa qabateeyyuu Seera hin eegatu.