Galatians 6:14 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Fannoo Goottaa Keenna Yesuus Kiristoosii, ta biyyi lafaa ana irraa ittiin fannifante, ka anille biyya lafaa jalaa ittiin fannifameen malee, waan biraatiin ifi jajuun ijjumaa anaaf hin te'in.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo, anini waan maskali Aabbo Yeso Kristo ch'alla saada; maskali tanaafi lafti gara kiyyaani doote, anileeni gara lafaatiini due.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin ammoo waan fannoon Aabboo Yesus Kiristoo callaa saada; fannoo tanaaf laftii gara kiyyaan dootee, aniilleen gara lafaatiin du'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fannoo Gooftaa keennaa Yesuus Kiristoosii ka adunyaan ittiin naa fannifamte, ka anillee ittiin adunya'aaf fannifame saniif malee, waan biraatiin uf jajuun na irraa haa fagaatu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Fannoo Gooftaa keennaa Yesuus Kiristoosii akka adunyaan ittiin naa fannifamte, ka anillee ittiin adunya'aaf fannifame saniif malee, waan biraatiin uf jajuun narraa haa fagaatu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Fannoo Gooftaa keenna Yesus Kristosii malee waan bira'aatiin dhaadachuun ana irraa haa fagaatu, fannoo kanaan'llee biyyi lafaa ana irraa fooyamee jira, ani'llee biyya lafaa irraa fooyamee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Fannoo Goottaa Keenna Yesuus Kiristoosii, ta biyyi lafaa ana irraa ittiin fannifante, ka anille biyya lafaa jalaa ittiin fannifameen malee, waan biraatiin ifi jajuun ijjumaa naaf hin te'in.