Galatians 6:15 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Dadaa haareya te'iisa malee, haqanqabaa qabatiisii, yookiin haqanqabaa qabatiisa dhabiisi womaayyuu moti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qabanqaba woma keesa injirtu. Wonti fed'ani uumama haraa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Dhaqaanqabaa qabachuu fi qabachu dhabuun womaa hinbaatu; wantii waba'a uumama haaraa ta'iisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus Kiristoosiin dhaloota haarawa ta'u'utu fayyada malee, gadoomuu ta'ee'e yookaan gadoomuu dhabuun womaa waan hin fayyanneef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus Kiristoosiin dhaloota haarawa ta'u'utu fayyada malee, gadoomuu ta'ee yookiin gadoomuu dhabuun womaa waan hin fayyanneef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf gadoomuu ta'ee gadoomuu dhabuun womaa hin fayyadu, ka fayyadu ammoo uumama haarawa ta'u'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dada haareya te'iisa malee, haqanqabaa qabatiisii, yookiin haqanqabaa qabatiisa dhabiisi womaayyuu moti.