Galatians 6:16 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Worra seera kana hordofu maraa fi Israa'elii worra Waaqaa teeteef, nageyaa fi marartiin teetu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri aada tana gula yau, nagayafi naasuuni ha worra woliini teetu, worraafi gumi Waaqa ch'ufale!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warra aadaa tana gula yaa'u, nagaa fi naasuun warraa fi Waaqaa israa'elille waliin hateettu
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra Seera kanaan jiraatan maraa fi Israa'elii worra Rabbii ta'an irratti nagayaa fi dhiifamsi haa ta'u.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worra Seera kanaan jiraatan maraa fi Isiraa'elii worra Rabbii ta'an irratti, nagayaa fi dhiifamsi haa ta'u.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Qajeelfama kana worra horddofan maraa fi worra gara Waaqaa Israa'eeloota ta'aniif, nagayaa fi dhiifaminni haa ta'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra seera kana hordofu maraa fi Israa'elii worra Waaqaa teeteef, nageyaa fi marartiin teetu.