Galatians 6:17 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Gadaannisi ani nafa kiyya irratti qabu, garbicha Yesuusii te'uu kiyya waan mudhisuuf, haganaa achi namuu ana hin rakkisin.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Armaa achi, nami tokoleeni na ingaargalchiini; wonti akanatiifi gadaanisi nafa kiyya aka anini tisse Yeso agarsiisa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Armaa achi, namii tokkoolleen na hingaargalchin; wantii akkanaatiif gadaannisii nafa kiyyaa akka anin tissee Yesusii agarsiisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani gadaannisa Yesuusii nafa kiyya irraa waan qabuuf, ammaa achi wonti tokkollee na hin dadhabsiisu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ani gadaannisa Yesuusii nafa kiyya irraa waan qabuuf, ammaa achi wonti tokkollee na hin dadhabsiisu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Qaama kiyya irra ka jiru malkanni dhaanamu'uu tajaajilaa Yesusii ta'uu kiyya waan mulidhisuuf, ammaa achitti eennu'llee ana hin rakkisin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gadaannis ani nafa kiyya irratti qabu, garbicha Yesuusii te'uu kiyya waan mudhisuuf, haganaa achi namuu na hin rakkisin.