Galatians 6:2 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ba'aa wolii ba'adha'a! Akkasiin Seera Kiristoosii muummessitan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ulfinna woli baad'a, kara kanaani seera Kristo guuttani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ulfinna walii baadhaa! Karaa kanaan seera Kiristoo guuttanii.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin keessaa gari gariin ba'aa nama kaanii haa baadhatuu; akkasuma seera Kiristoosii raawwadhaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isin keessaa gari gariin ba'aa nama kaanii haa baadhatuu, akkasuma seera Kiristoosii raawwadhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isin keessaa tokkoon tokkoon ba'aa ulffaataa nama bira'aa haa baadhatu, bifa kanaan Seera Kristosii ni raawwattan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ba'aa wolii ba'adha'a! Akkasiin Seera Kiristoosii muummessitan.