Galatians 6:3 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nami woy hin baane tokko, nama woy bawu yoo ifi seye, ifi gowwoonsa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo nami woma intahiini wo ufi sehe, inni ufi daalleesu jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii yo adoo homaa hinbaanee waan wa ba'u ufi sehee, innii ufi daalleessuu jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni tokko uduu womaa hin taane yoo waan waa ta'e itti fakkaate uf soba.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namni tokko uduu womaa hin taane, yoo waan waa ta'e itti fakkaate uf soba.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Naminni kum'llee waan kaanniin irra itti fooyyayaa ta'e uduu hin qabaatin, «Ani kaan ni caala» jedhee yoo yaade, mataa isaa ni soba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami woy hin baane tokko, nama woy bawu yoo ifi seye, ifi gowwoonsa.