Galatians 6:5 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nami maraa ba'aa ifii ba'atuu qaba.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi nami ch'ufti baa ufi baachu male.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanaatiif namii cuftii ba'aa ufii baachuu male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni maruu ba'aa ufii waan baadhatuuf.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namni maruu ba'aa mataa ufii waan baadhatuuf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Tokkoon tokkoon namaatuu ba'aa mataa isaa baadhachuu ni qaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami maraa ba'aa ifii ba'atuu qaba.