Galatians 6:7 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ifi hin sobina'a! Waaqatti funnaan hin dhaabanu. Nami waanuma facaase haammata.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ufi insobina: nami tokoleeni dandae Waaqa indaalleefatu. Nami ch'ufti waan oobre murata.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ufi hinsobinaa; namii tokkoolleen danda'ee Waaqaa hindaalleefatu. Namii cuftii homa oobre murata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni waanuma facaafate san maraa haamata.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namni waanuma faacaafate san maraa haamata.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Mataa keessan hin sobinaa, naminni ka haamatu waanuma facaase waan ta'eef, Waaqa irratti hin balddinaa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ifi hin sobina'a! Waaqatti funnaan hin dhaabanu. Nami waanuma facaase haammata.