Galatians 6:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nami akka fedha foon ifii facaasu, fedha foon ifii irraa du'a haammata; nami akka fedha Ayyaanaa facaasu, Ayyaana irraa jiruu bara baraa haammata.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo inni waan nafi isaa fed'u ch'alla oobrate, duisa murata. Yo inni waan Lubbuuni feetu ch'alla oobrate, Lubbu suni ira jireenna hegeri argata.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii waan nafii isaa fedhu callaa oobrate, du'a murata. Yo waan hafuurii feedhu callaa oobrate, hafuurii sun irraa jireenna bara baraa argata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni fedha fooniitiin facaafatu fooniin badii haamata. Namni fedha Ayyaanaatiin facaafatu ammo Ayyaanaan jireenna bara baraa haamata.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namni fedha fooniitiin faacaafatu fooniin badii haamata. Namni fedha Ayyaanaatiin facaafatu ammoo Ayyaanaan jireenna bara baraa haamata.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Foon isaa gammachiisu'uuf ka facaasu foon isaa irraa du'a ni haamata, Hafuura gammachiisu'uuf ka facaasu Hafuura irraa, jireenna bara baraa ni haamata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami akka fedha foon ifii facaasu, fedha foon ifii irraa du'a haammata; nami akka fedha Ayyaanaa facaasu, Ayyaana irraa jiruu bara baraa haammata.