Genesis 1:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi waan jed'e, Lafti latte ha mukhaafi marra gosa ch'ufa baaftu, mukha mid'aani killetiifi mich'iraani qabuufi ka inqamnele, duuba akuma suni taate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Rabbi, «Ardiin biqiltuu'u, sanyii midhaanii, mukkiin daraaraa daraaranii fi biqiltuuwwan gara garaa bifa bifaan haa biqilchituu» jedhe; akkasuma ta'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Waaqi, «Latti biqiltoota adda addaa: mukoota lafa irraa ka akkuma gosa ifiititti midhaan buusuu fi midhaan sanyii ifi keessaa qabu buusu, baachuu ti» jedhe. Akkasuma teete.