Genesis 1:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Waaqi waan jed'e, Ifsaani ha gubbaa mullattu, aka halkanifi guyya gargari beekhani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Rabbi, «Guyya'aa fi halkan akka adda bayan ifti gara garaa sami'ii irra haa ta'anii; kunniin malkata guyyoota, barootaa fi woggoota adda baasan haa ta'anii;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkasuma Waaqi, «Guyya'aa fi halkan gargar baasiisaaf gubbaa irratti ifooti jiraatanuu ti! Isaan beessisa yenna'aa, beessisa bonaa-gannaatii fi wogga'aa,