Genesis 1:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akanaani Waaqi ifsa gugurda lama tolche, adu ta guyya mohatu, jia ka halkani mohatu; ammalle urjile mid'aase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkaataa kanaan Rabbi ifa gugurdaa lamaan uume; ifni guddaan guyyaa; ifni diqqaan halkan akka ifan godhe; akkasuma urjiiwwanillee uume.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi ifa gugurdaa lama godhe; ifi guddichi guyyaa, ifi diqqayyichi halkan akka ifu godhe. Urjootalle dade.