Genesis 1:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
halkanifi guyya mohate ifsafi dukana gargari baasu. Waaqi wonti kunini dansa arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti inni waan kana godheef akka halkanii fi guyyaa irratti baallii qabaatanii fi ifaa fi dukkana akka adda baasaniif; Rabbi wonti kun akka mishaa ta'e arge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyya'aa fi halkan irratti baallii akka isaan qabatanuuf, ifa dukkana irraa gargar akka baasanuuf inni achi isaan keye. Waaqi tunille dansaa akka teete dhagge.