Genesis 1:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akanaani Waaqi bineensa gugurdafi didiqa ka bisaani keesa galu, simpirre gosa ch'ufale woliini uume. Waaqi wonti kunini dansa arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka kanaan Rabbi bineensota gugurdaa galaana keessa, uumama gara garaa ka bisaan keessa jiraatan ka lubbuu qabanii fi sosocho'an akkuma bifa isaaniitiin akkasuma allaattii gara garaa akkuma gosa isaaniitiin uume; Rabbi wonti kun akka mishaa ta'e arge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Waaqi bineensa gugurdaa abbaayaa keessaa, lubbuu qabeeyyii bisaan keessa le'anu mara, sinbirroota gosa adda addaa mara dade. Waaqi Tunille dansaa akka teete dhagge.