Genesis 1:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi waan kana ch'ufa eebise waan jed'e, Hora bula, baariini guuta; simpirreleeni, Hora, lafa ira dabra jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi, «Hora'aa baay'adhaa'a; fiixaan keessan bisaan galaanaa haa guutuu; allaattiiwwanillee Ardii irratti haa baay'atanii» jedhee isaan eebbise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi, «Hora'aa heddadha'a; bisaan abbaaya'aa guuta'a; sinbirrootille lafa irra guuttuu ti» jedhee isaan eebbise.