Genesis 1:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Waaqi waan jed'e, Horifi bineensi gosa ch'ufa, guddafi diqaleeni, lafa gubbati ha d'alatu. Loonifi bineensa lafa ira lohufi bineensa gosa ch'ufa hedduleeni ha d'alatu; duuba akuma suni taate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Rabbi, «Ardiin uumama lubbuu qaban; busaawotaa fi horii akkuma gosa isaaniitiin, uumama gara'aan Ardii irra looyan, busaawota akkuma gosa isaaniitiin haa baaftuu» jedhe; akkasuma ta'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Waaqi, «Latti, dada lubbuu qabanu, gosa adda addaa mara: horii, bineensota lafarra lowanu, bineensa gudda'aa fi diqqaa mara baattuu ti» jedhe.