Genesis 1:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akanaani Waaqi fakeenna ufii gula nama uume. Inni nama uwafi nama d'iira uume
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkaataa kanaan Rabbi nama bifa ufiitiin uume; bifa Rabbiitiin uume; dhiiraa fi intala godhee isaan uume.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Waaqi akka bifa ifiititti nama dade. Dhiiraa fi dubartii godhee isaan dade.