Genesis 1:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
eebiseefi waan jed'eeni, Ilmaani hora, lafa guuta fida, ammalle qurt'umi baariinitifi waan gubbaa barisatiifi waan lubbu qaba ka deemu ch'ufa mohad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi, «Hora'aa badhadha'aa lafa guutaa'a; qurxummiiwwan galaana keessaa, allaattiiwwan Sami'ii, waan lafa irra socho'an maraa bulchaa'a» jedhee isaan eebbise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi, «Hora'a, heddadha'a, lafa guuta'a, harkatti isii galfadha'a! Qurxummii abbaaya'aa irratti, sinbirroottan irratti, dada lafa irra munyuuqanu mara irratti baallii qabaatanuu ti» jedhee isaan eebbise.