Genesis 1:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Waaqi waan jed'e, Anini mukha mid'aani killetiifi ka mich'iraani qabuufi ka inqamnele ch'ufa ya isanii kenne, nyaad'a quufa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi, «Wonti lafa irra jiru maruu akka nyaata isinii ta'u sanyii midhaanii, daraaraa muka adda addaa kunoo maraa isinii kenneera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi, «Ani biqiltuu midhaan buuttuu fi midhaan sanyii ifi keessaa qabu buuttu ta lafa irraa duudii akka nyaattanuuf isinii kenneera.