Genesis 1:30 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo bineensa miilaani lafa ira yaufi ka gubbaa barisufi ka lafa ira lohuleeni, ka lubbu qabu ch'ufti ha marraani fidamu; duuba akuma suni taate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma busaawaa lafa irraatii, allaattiiwwan sami'iitii, waan lubbuu qabanii fi waan lafa irra socho'an maraaf akka nyaata isaaniif ta'u waan lalisee fi mukkiin maraa isaanii kenneera» jedhe; akkasuma ta'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkasuma bineensa maraa fi sinbirroota qilleensaa maraaf, akka sagalee isaaniif te'u marraa fi biqiltuu baalaa isaaniif kenneera» jedhe; tunille akkasuma teete.