Genesis 1:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Waaqi waan jed'e, Wonti bisaani fulla lamati gargari baasa ha taatu. Duuba Waaqi waan suni mid'aase, akanaani bisaani waan suni gubbaa jirafi ka jala jirale gargari baase; duuba akuma suni taate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Rabbi, «Wonti bisaanii fi bisaan gara gara baasu haa ta'uu» jedhe;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi, «Bisaan gad hafee fi bisaan ol hafe akka gargar baasu, gubbaan gombobbittiin teetuu ti» jedhe.