Genesis 1:7 — Compare Translations
2 translations compared side by side
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkaataa kanaan Rabbi qilleensaa fi samii taasise; achiin maayessa Rabbi, «Bisaan qilleensaa fi Sami'ii ol jiranii fi Sami'ii gad jiran gara gara haa bayanii» jedhe; akkasuma ta'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Waaqi gubbaa gombobbittii godhee, bisaan gubbaa gombobbittii tanaan gad jiru, bisaan gubbaa gombobbittii tanaan ol jiruun gargar baase. Akkasuma teete.