Genesis 1:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Waaqi waan jed'e, Bisaani lafa gubbaa jirani ha fulla tokoti wolti deebiani, aka biyyeeni godduuni mullattu; duuba akuma suni taate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Rabbi «Akka lafti mudhattu bisaan Sami'ii gad jiru maruu hulee tokkotti wolitti haa qabamuu» jedhe; akkasuma ta'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi, «Latti godduun akka mudhattuuf, bisaan gubba'aan jala jiru wolitti dacha'uu ti» jedhe. Akkasuma teete.