Genesis 10:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
duuba lafti worraa haga Sidoni ejite qajeela Gerari haga Gaza, qajeela Sodomafi Gomora, Admafi Seboimu haga Lashaleti ejite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daangaan Kana'aanotaa Siidona'aa ka'ee gara Geerara'aatiin haga Gaaza'aati; gara Soodoomii fi Gamoora'aa gama Adaama'aatii fi Sabooyiitiin daangaan isaa haga laasa'aati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
haga meessaa Kana'aanii ka Sidoon irraa gara fuullee Gergariitii haga Gaaza'aatitti, gara fuullee Sodoomii, Gomora'aa, Adima'aatii fi Zebo'iimiitiin haga Laasha'aa faffacaate.