Genesis 10:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tunini ilmaani Hamu, ta isiini ch'ufti gosafi lafafi afaani ufile kobaa qabdu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen Kaamii akka gosa isaaniitii fi afaan isaaniitiin worri lafaa fi banii isaanii keessa jiraatan kanniin fa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanyiin Kaamii ka maatii maati'iin, afaan afaaniin, lafa lafaan, gosa gosaan qoqoodamane isaan kana.