Genesis 10:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eberileeni ijoolle lama ta d'iira d'ale: ka qara maqa Pelegi baasanifi, wonti akanatiifi ato inni jiru lafti gargari qoodamte; ka lameeso maqaani Yoktani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeboor ijoollee lama uumate; maqaan ka hangafaa Faaleeq; bara inni dhalate waan baniin qoqqoodameef. Maqaan obboleessa isaa Yooqxaan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ebeer ilmaan lama uumate; bara tokkochi dhalate latti waan qoqoodanteef, maqaan isaa, «Feleg » jedhame; maqaan obboleessa isaa Yoqxaan.