Genesis 10:30 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafti worri keesa tae haguma Mesha ejite qajeela Sefari, haga lafa gaareeni ta ilaboruti ejite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Huleen isaan jiraatanillee Maase'ee jalqabee haga gaara Sifaarii baya biiftu'uuti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Latti isaan keessa le'ane, biyya koobittii gara aduun baatuu Meshaa irraa ka'ee haga Sefariititti badhatti.