Genesis 10:31 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tunini ilmaani Shemuti, ta isiini ch'ufti gosafi lafafi afaani ufile kobaa qabdu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen Seemii akka gosa isaaniitii fi akka afaan isaaniitiin, akka banii isaaniititti kanniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanyiin Seemii ka maatii maati'iin, afaan afaaniin, lafa lafaan, gosa gosaan qoqoodamane isaan kana.