Genesis 10:32 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri kunini ch'ufti worra ilmaani Nuhu iraa hore, d'alootafi gosa isaani gula. Worra kana iraa gochiti lafaa ch'ufti baate, eegi fach'ai bisaani lafa balleese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gofti ijoollee Noohii akka hortee isaaniitii fi banii isaaniitiin kanniin fa'a; baniin maruu bisaan badi'iitiin maayessa gosa kanniin irraa qoqqoodamanii jiraata'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maatiin ilmaan Nohii, akka dhaloota isaaniitiin, gosa gosa isaaniitiin ka qoqoodamane isaan kana; bisaan badi'iitiin duuba, gosi biyya adda addaa ta lafa irratti faffacaate marti, sanyii ilmaan Nohii irraa dhaggante.