Genesis 10:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tana ira worri afaani baariini tau hore. Tunini ilmaani Yafethi, ta isiini ch'ufti gosafi lafafi afaani ufile kobaa qabdu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanniin maraa keessaa gara hulee bisaaniin marfamte ta orma maraa, gara lafa isaanii akka afaan isaaniitiin, akka gosa isaaniitii fi akka banii isaaniitiin qoqqoodamanii jiraata'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri lafa qarqara abbaayaa Mediteraaniya'aa keessa le'u, sanyii Yaafetii tana irraa dhufane. Isaan akka biyya biyya isaaniititti, akka afaan afaan isaaniititti, akka gosa gosa isaaniititti qoqoodamee worra le'u.