Genesis 10:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni AABBO Waaqa durati nama adamo jaba tahe, tanaafi biyyiti waan jettu, Ebelluuni AABBO Waaqa durati nama aka Nimrodi adamooti jaba jetti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan Rabbi janna dhadhooltuu isa taasiseef «Janna dhadhooltuu akka Naamruudii» jedhame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni qarqaarsa Mootii Waan Maraatiin adamsaa jaba'a; tanaaf, namooti, «Mootiin Waan Maraa akka Naamrudii adamsaa jabaa si godhu» jedhan.