Genesis 11:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tunini ilmaani Shemu. Eegi bisaani fach'aani lafa balleesani kaani, ganni lama dabre jennaani Shemuuni, ka ganni isaa d'ibba toko, Arfaksadi d'ale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Horteen Seemii kana; Seem bisaan badi'iitiin maayessa woggaa lamaa turee Arfaakisdiin uumate; hennaa san inni nama woggaa dhibbaati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanyiin Seemii isaan kana: Bisaan badi'iitiin duuba woggaa lama turee, Seem dhalatee woggaa dhibbatti, ilma ifii Arfaaksaad uumate.