Genesis 11:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Haraniini dira iti d'alate, ka Uru jed'ani keesa, lafa Kaldayo keesati, ato abbaani jiru, due.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haaraan Uuri biyya kalaadaawotaa hulee itti dhalate keessatti abbaa biratti du'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kaaraan abbaan isaa Taaraan adoo jiruu addee itti dhalatetti, lafa Kaldootaa, Ur keessatti du'e.