Genesis 11:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba waan woliini jed'ani, Koota me, biyye faara suumne aka dansaa gumne matofaara mid'aasina. Duuba matofaara suniini woi jaarani, matofaara suni laamiini wolti qabani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Koottaa'a biyyee faara dhoofnee ibiddaan gubnee hojjannaa» woliin jedhan; Faarri sunillee gogee akka dhaga'aa isaanii ta'e; akka kanaan faara hojjatan argatan; bikka dhaga'aa faara biyyee irraa hojjatame ham'e'een wol qabsiisanii,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan, «Kowa'a, faara loonnee, akka jabaatu gunnaa» woliin jedhane; addee dhaka'aa faara looba'aa, addee siminto'oo leyyaa biyyee keessaa dhaggamutti fayyadamane.