Genesis 11:31 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Teraani ilma isaa Abramufi akhaakhu isaa Lutu, ka Haraniini d'ale, ammalle Sarai niiti Abramu fuud'e, dira Uru, ka lafa Kaldayo keesaa kae, lafa Kanaaniti godaane, lafa Harani geennaani achumati qubate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Taaraanillee ilma isaa Abraamii fi ilma ilma isaa, ilma Haaraanii looxiin, intala ilma ufii ta Abraamii Sooraa fa'a qabatee gara biyya Kana'aanii deemu'uuf Uuri biyya Kalaadaawotaatii bayanii gara Kaaraanii dhaqanii achi taa'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Taaraan ilma ifii Abraam, akaakoo ifii Looxii ilma Kaaraanii, Saaraayii niitii ilmaa ifii Abraamii, fudhatee isaan woliin, biyya Kaldootaa Ur irraa ka'anee gara lafa Kana'aanii dhaqanee achi qubatane.