Genesis 11:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani waan jed'ani, Koota me, dira jaaranne, mana d'eera ka fiit'eeni isaa Waaqati ejitule jaarra, aka gurra baafanne lafa ch'ufa keesa gargari imbaane.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Koottaa'a qachaa lafa irraa haga Sami'ii gawu, gamoo ijaarannee lafa irratti uduu hin bittinnoofne ittiin gurra baanaa» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba isaan, «Kowa'a, qachaa qacceen xelleephoo isaa ol-gubbaa gewu ijaarrannee, lafa duudii irratti akka hin bittinnoonneef, worra gurraa teena!» jedhane.