Genesis 11:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Koota me, gadi buune, afaani worraa wolmilisine, aka worri wolind'ageenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu koottaa'a buunee akka isaan wolii hin galle afaan isaanii adda adda goonaa» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kowa'a, gad buunee, akka isaan wolii hin galle, afaan isaanii wol keessa akka makamu goona» jedhe.