Genesis 12:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Beelti lafa Kanaani suni seente guddo hammaatte, jennaani Abramuuni lafa Misiriti godaane, aka achi tau.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Biyya Kana'aaniititti beelli hammaannaan Abraam achii ka'ee keessummummaa taa'u'uuf gara biyya Misirii gad bu'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Biyya kibba Kana'aaniititti beelti hantuun waan buuteef, Abraam yennaa beelaa san achitti dabarsiisaaf, gara biyya Gibxi'ii gad bu'e.