Genesis 12:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato diquma seera Misiri intaakiinu, Abramuuni waan niiti isaa Saraiini jed'e, Atini niiti mid'aadu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa biyya Misirii seenu'utti dhiyaate haadha manaa ufii Soora'aan, «Ati dubartii guddiftee bareeddu waan taateef,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni Biyya Gibxi'ii seeniisaaf yennaa dhikaate, niitii ifii Saaraayiin, «Ani akka ati dubartii dansitti'ii hin beeka;