Genesis 12:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini, anini oboleeti isaa jed'i; duuba worri sii jed'e na lakise waan dansa naa tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababa keetiif waan mishaa akka argadhu, sababaa keetiinillee akka lubbuun tiyya ooltu, ‹obboleettii isaati› jedhi» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Marroo teetiif akka naaf tolu, sababa keetiif akka jiraadhuuf, ‹Ani obboleettii isaa ti› jedhi» jedhe.